BBC New Afaan Oromo Caalaa Daggafaa2021, Chaanaalii kanaan wa
BBC New Afaan Oromo Caalaa Daggafaa2021, Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti ta’an ijoo Ahaa Anoo itti quufeeraka *4Gaarummaa gooftaankoo anaaf hojjetetti (ahaa. 1,869 likes · 2 talking about this. Dr. Araarri Magaalaa Bishooftuu naannoo Hora Arsadee bakka Irreechi taasifamu Kitaabni mata-dureen isaa 'Malkaa Og-Afaan Oromoo' jedhu Guraandhala 2021 Naayiroobii, Keeniyaatti maxxanfamee tibbana eebbifameera. Amma garaagarummaa qabxii saditti dhiphiseera. Skip podcast promotion and continue reading Chaanaalii WhatsApp BBC Afaan Oromoo Oduufi xiinxala kallattiin bilbila keessan irratti argachuuf ammuma Asiin seenaa Artist Caalaa Bultumee Oromoo Ormaa Keeniyaa keessa jiraatu ''sirriitti akka beeku'' BBC'tti hime Ammayyuu Ittaanaa BBC News Afaan Oromoo, Taanaa Riivar, Keeniyaa 29 Sadaasa 2023 Tajaajilawwan poolisii nama-maleessa (Smart Police Service (SPS)) Itoophiyaan eegalchiifte Afrikaatti kan jalqabaati jedhame. Waggoota dhihoo as garuu walleewwan siyaasaa ykn kan mootummaa qeeqan baayyinaan hin mul'atan. aadaa ummatichaa naannawa sana ture yeroon Sololoo ture kanin barreesse jira waan Abbaa Caalaa Lataa dabalatee jaallan isaanii qabsoo Oromoo sochoosaa turaniif Yuunivarsiitin Finfinnee haala mijataa uumefii ture. Haleellaa US Huutii Yaman jiru irratti geggeessaa jirtuun lammiileen Itoophiyaa hedduun du'an 29 Ebla 2025 Waa'een Kooriyaa Kaabaa yoo ka'u irra caalaa kan himamu waa'ee shaakala nikularaa fi qoccolloo biyya ollaashee Kooriyaa Kibbaa akkasumas Ameerikaa waliin taasftuudha. BBC World Service-Facebook Afaan Oromoo sirrii. Booda biyyatti deebi'e. ABO yeroo kamuu caalaa amanta irratti gatee kan gale bulchiinsa MM Abiy Caffeen Oromiyaa yaa'ii ariifachiisaa waggaa 4ffaa kaleessa taa'een murtoowwan garaagaraa muudamoota haaraa raggasiseera Caalaa Daggafaa ‐ Yoona Yoona ‐ New Oromo Music 2021 (Officail video) Chala Degefa Entertainment 133K subscribers Subscribed Qorannoon Ameerikaatti gaggeeffame tokko akka agarsiisuutti lammileen Ameerikaa umrii ganna 18 olii keessaa harki walakkaa ol jaalallee barbaaddachuun waggota kurna darban caala rakkisaa ta’eera This channel was removed because it violated our Community Guidelines. Artiistiin Oromoo haala jiru waliin tarkaanfata kan jedhu artiist Caalaa Bultumee gaheen artiistii tokkoo haala uummata keessa jiru, wanta gaaris ta'e yaraa uummataaf ibsuu akka ta'e dubbata. Osmaan Dembeelee badhaasa kubbaa miilaa guddicha Ballon d'Or Fulbaana keessa gaggeeffamurratti taphattoota mo'achuu malu jedhamanii maqaan isaanii ka'aa jiru keessaa durarra jira. Caamsaa 2022 kora ministeerota biyyoota G7 Jarmanitti gaggeeffame irratti pireezidantiin Baankii Misooma Afrikaa, Itoophiyaan kanaa booda qamadii alaa akka hin galchine ragaa bahan. Obbo Maammoo Afataan loltuu Itoophiyaati. Shakkamaan karaarratti eegee waliin hoteela deemuu dhaga'uu himu obboleessishee. Garuu amams baqaaf saaxilameera. Artist Caalaa Bultumee waa’ee Oromoo Ormaa Keeniyaa keessa jiru wallee qopheessaa akka jiru BBC’tti hime. Filannoon koo yeroo mara of Tahuu dha. Odeeffannoo bal'aan waa'ee . Waggoota kurnan darban keessa Yunaayitid Arab Emireetis imaammatasheetiin dinagdee Afrikaa keessatti fedhii olaantummaa fudhachuu agarsiisaa jirti. 1 day ago · Dhukkuba sanyiin itti darbeen onneensaa hojjechuu dhaabde. Booda Keeniyaa galuun achii ammoo Afrikaa Kibbaa gale. Walitti bu’iinsi Artist Caalaa Bultumeefi Artist Andu’aalam Gosaa torban dura ijoo dubbii ture jaarsummaan furameera. Isaan durattis gitawwan hoggansa Yeroo dheeraaf qabiyyeen walleewwan Afaan Oromoo hedduun siyaasa irratti kan fuulleffatan turan. Nama fuulduratti bahanii haasaa taasisuun namoota baay'eef waan akka malee sodaachisudha - tokko tokko 'du'a caalaa sodaatu'. . Caalaa hojjechuuf itti kan deemnudha," jechuun himu Obbo Daawwit. IQ kee hagami? 120 moo 91? Ofumaa IQ jechuun maali? Qormaata kanaan sadarkaa dandeettii hubannoo namaa madaaluun ni danda'amaa? Ogeessonni fayyaa miindaan, faayidaan garaa garaafi haalonni biroon akka sirraa'aniif gaafachuun hojii dhaabuun mormii erga jalqabanii torban sadii guute, A L I Camsaa 15, 2017 yeroo jaqabaatiif Pirezidanti Tiraamp gargaarsa Ameerikaan Yukireeniif kennitu hunda dhaabuuf murteessuun isaanii Yukireeniif naasuu cimaadha. Gaardiyoolaan milkaa'ina Liiverpuul fi Fuulhaam irratti arganne ammas irra deebina jechuun Ashamaa! Sagantaa raadiyoo BBC Afaan Oromoo Jimaata galgalaan: -Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan? -Pirezidantiin Turkii maaliif gara Itoophiyaa imalu? -Yaa'ii Gamtaa Ministirri Muummee UK Kiir Istaarmar Awurooppaan lolaaf qophaa'uu qabdi jedhan. 2,288,593 likes · 667,142 talking about this. Dhimma kana qulqulleeffachuuf BBC weellisaa Caalaa Bultumeefi weellisaa Andu'alem Gosaa irraa odeeffannoo argachuuf yaalee ammatti deebii hin arganne. Miiltoo isaa Caalaa Bultumee waliin imala hadhaawaa dabarsaniiru. Feb 9, 2026 · Ertiraan himannaa Itoophiyaaf deebii kennite Shakkamtoonni sadii qondaala waraanaa Raashiyatti dhukaasan adda baafaman Qondaalli Kooriyaan Kibbaa lakkoofsi daa'imman dhalatanii akka dabaluuf Sagantaa Raadiyoo BBC Afaan Oromoo har’aan: -Dureewwan biyyoota garagaraa gara Itoophiyaa maaliif marmaaru? -Namoonni Arsiitti daa’ima mana barumsaati galu butanii maallaqa gaafatan akkam ta’an? Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Akkamiin hojjeta? Aartistonni Afaan Oromootiin walleewwan garaagaraa hojjetan akkaataa eeganiin irraa fayyadamuu dhabuusaanii kaasaa turanis yeroo dhiyoo as garuu fudhatamummaan walleewwan Afaan Oromoo dabalaa jira. Lammaa Magarsaa Waaqoo (PHD) nama siyaasaa Oromoo beekamaa bara Oromiyaan mormii fi fincilaan raafamaa turtetti pirezedaantii ta'anii gara aangootti dhufanidha. When this happens, it's usually because the owner only shared it with a small group of people, changed who can see it or it's been deleted. in BBC News Afaan Oromoo. BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Achitti fiilmii Siribii jedhu maallaqa guddaa itti baasuun hojjete. Weellistoonni wallee Afaan Oromoon bal’inaan beekaman lamaan Seenaan jaalalaa dagaagee firii godhate kun diina gamaafi gamanaa dirree waraanaa irratti wal waraanaa turan gidduutti uumamedha. Paatriik akka ogummaan fayyaa jedhutti daqiiqaa 40f du'ee ture. Noorwey galee waggoota kudhan keessatti lammummaa argachuun amma siyaasa biyyattii keessatti dorgomaa jira. Dhadhaan kun qorrus coomnisaa xiqqaa waan ta’eef, akka zayita dhangala'oo ta’anii akka ejersaafi suufii caalaa oksijiinii qabaachuu danda’a. Sababa miyaa addaa qabuuf nyaata miyeessa. Andualem Gosa Maarree | Ayyaantuu (New Oromo Music Album 2024) #Maarree #Ayyaantuu Walaloo: Lalisaa Indiris Adam Yeedaloo : Nahom Makuriyaa Compos & Mixing: Efirem Birqineh Urgaa Bass Guitar: Luam Guddina daa'immanii sirrii mirkanneessuuf wantoota barbaachisan keessaa nyaanni eddoo guddaa akka qabu oggeessi fakkaa ni dubbatu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa. BBC News Afaan Oromoo's post BBC News Afaan Oromoo 6d 'Inni ajjeesee bineensaaf laate kun bineensa sanarra hin jiru' Adaanech gaafa ajjeefamte Finfinneetii deebi'aa turte. BBC World Service Oduu, xiinxala afaan 40n dhiyeessa. Gaardiyoolaan Arteettaatti hojii manaa cimse. "Ajjeefamuun ishee xiqqaatee bineensaaf laatamte," jechuun gaddaan dubbatu. Dhiyeenya kana sirbi haaraan 'Mee Gabbarri haa hafu' jedhu kan Faayoo Mootii weelliste miidiyaa hawaasummaa irratti ijoo dubbii ta'ee ture, sababiin isaa ammoo dhimma ijoo Qeerroofi Qarree BBCn hirmaattoota marii biyyaaleessaaf Oromiyaatti taa'ame keessaa Caalaa Bultumee, Mansuur Jamaal dabalatee hirmaattuu dubartii illeen dubbiseera. Akkam ooltan! Oduu keenya har'aan: Lammiileen Somaleedhaa buqqa'anii kaampii Hammaarressaatti qubatan haalli nu mijatuu dhabnaan daandiirra jiraachuu eegalle jedhan. Fiqiruu Maaruu fi Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa Alii Ahimad kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse. Itoophiyaafi Masriin yeroo walbira qabaman Skip podcast promotion and continue reading Chaanaalii WhatsApp BBC Afaan Oromoo Oduufi xiinxala kallattiin bilbila keessan irratti argachuuf ammuma ''Itoophiyaan hulaa galaanaa kan dhabde dogogora nuyi hojjenneeni jedhan qondaalli waraanaa duraanii Itoophiyaa letenal Jeneraal Yohaannis Gabremasqal. Keessattuu Dokitarri daa'immanii BBC dubbisee fi oggeessoonni Waraanni ABO lixa jiru ajaja Obbo Daawud Ibsaa jala jiraan gaaffii namoota hedduuti, ajajaa waraanaa WBO Lixaa maqaan isaa irra deddeebbiin ka'u Marroo waliin turtii taasifneerra. 👉👉 https://bbc. anoo itti quufeerakaGatii inni baaseen nagaan argadhettiAhaaanoo itti quufeeraka Bedasa Adugna Beyene. Waa'ee Jaafar Yuusuuf wantoota yeroo baay'ee hin himamne kanneen dubbisaa. "Miyaa tola-ooltummaa waan dhamdhamneef, yoom nuuf dhufa jechuun dharraatiin eeganna. in/4qsOigq BBC News Afaan Oromoo's post BBC News Afaan Oromoo 3h ⚽🏆🥇 Maanchistar Siitiin dursaa Liigichaa, Arsenaal, dhiibbaa jala galcheera. 'Bakka Obbo Maammaan hin jirretti akka waan gaaddisa dhabneeti' - Miseensa Hawaasa Oromoo Siyaatil 10 Guraandhala 2026 Walitti bu’iinsi Artist Caalaa Bultumeefi Artist Andu’aalam Gosaa torban dura ijoo dubbii ture jaarsummaan furamuu ibsameera. Hiywat Tasfaay loltuu Gaggeessitoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) 10 gammoojjii Somaaliyaa bakka Shinniggaa jedhamutti "amantiin adda hin baanu nu martuu Oromoodha" jedhanii ajjefamaniifi boolla Shinniggaatii olitti Nyaatawwan haalluu sabbata waaqaa qaban soorachuun fayyaa sammuu cimsuu fi dhukkuba onnee akka hir'isuun qorattoonni ni himu. Mix - SARARA DIIMAA | MELESE ARGEW | FAARFANNAA AFAAN OROMOO HAARAA | NEW OROMO GOSPEL SONG 2023 Faarfannaa kadhannaa walitti fufaa (Faarfannoota durii) Yooyyaa! Baga nagaan gara chaanaalii YouTube BBC Afaan Oromootti dhuftan. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii Oct 30, 2025 · UN muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jiruuf maaltu fala jedha? Oct 27, 2025 · Obbo Gadduu Andaargaachoo MM Abiy 'gara Ertiraatti ergeera' jechuu irratti maal jedhan? Jaalallee filachuuf amala ammoo bifatu caalaa irraa nu hawwata? 👇👇 https://bbc. Ammayyuu uummanni Oromoo bilisummaa barbaadu hin goonfanne kan jedhu Marroo Dirribaa, ‘‘Kan durii caalaa kan hammatedha. ‘’. Amaanu'eel raggaasaa Yaadatee Yuunvarsiitii Jimmaatti barsiisaa Afaanii ture. Lola akkamiiti? BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. rgdaz, 05ed3i, rxgn8, 266pd, fkglc, wlvsh, aecm, ljcl0, 0wtco, uud6xs,